Forwarded from Bahar
YouTube
Waan feete ja'ii Nu Kofalchiisi|| Challange Koflaa🤣😅
Forwarded from KHADIIJAA ~ DA'AWA GROUP (Bisharaシ︎)
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
TV ISLAAMAA NEW NESHIDA || BURHAN GROUP
https://youtube.com/watch?v=sSMd-O_NJpg&si=OpmHOQb_A0MCf0qJ

Forwarded from Hamdi abdujabar

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
As wr wb
Oduu gammachiisaa!
jiraattota magaalaa Dire hundaaf manni barnoota Obsa afaan ingiliffaa/Obsa English language bifa harawaan bifa VIP taheen qophaawee waan jiruuf
Ji'a sadi 3 qofa kessatti ingiliffaa akka afaan dhaloota keessanitti haasawu barbaannaan ammuma galmaawaa isinin Janna
Iddoon = taaywaan bira mana barumsa oksade keessa.
Carraan dhufttee hulaa tee dhadhawaa jirtti hulaa irraa banuun si qabdi.
Oduu gammachiisaa!
jiraattota magaalaa Dire hundaaf manni barnoota Obsa afaan ingiliffaa/Obsa English language bifa harawaan bifa VIP taheen qophaawee waan jiruuf
Ji'a sadi 3 qofa kessatti ingiliffaa akka afaan dhaloota keessanitti haasawu barbaannaan ammuma galmaawaa isinin Janna
Iddoon = taaywaan bira mana barumsa oksade keessa.
Carraan dhufttee hulaa tee dhadhawaa jirtti hulaa irraa banuun si qabdi.
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Forwarded from نادي المؤمنات للتعليم والدعوة
الأصول_الثلاثة_والقواعد_الأربع_240119_190346.sdocx
445.6 KB
Assalamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatu
Shamarran Muslimaa Hundaaf Oduu Gammachiisa Gareen Shamarranii نادي المؤمنات Kitaaba Usulussalaasa Ja'amu Nama Barachuu Fedhu Hundaaf Haala Mijjeysinee Isin Eega Jirra Jiraattoonni Magaala Baabbile Galgala Maghriibarra Jalqabnee Hanga Ishaa'itti Galgala Khamisaatifi Galgala Jimmata Malee Waan Barannuf Namni Qaaman Dhufuun Isaaf Mijjawe Majliisa Dhuftanii Akka Nu Waliin Barattan Dhaamsa Obbolumma Isiniif Dabarsina Namni Dhufuu Hin Dandeenye Channel Telegrama Iratti Isiniif Maxxansina Achirra Arkachu Ni Dandeeysan.
Channel Kheenya Join Godhaa Obboleyyan Kheeysan Khan Shamarraniitif Share Godhaa Galatooma.
https://www.tg-me.com/Naadi_Al_muuminat